Kitaaba Gadaa Kutaa 4ffaa [WORKING]

Hawaasa keessatti wantoota raawwatamuu qabanii fi hin qabne (Safuu) barsiisuun, akkamitti kabajaan walii akka jiraatamu barsiisa.

Aadaa isaanii dhaloota biraatti beeksisuuf ofitti amanamummaa argatu. Kitaaba Gadaa Kutaa 4ffaa

Kitaabni Gadaa Kutaa 4ffaa barattoonni akka dandeettii sammuu qofa osoo hin taane, dandeettii hawaasummaa (Social Skills) akka guddifatan godha. Barattoonni: Waliin jireenya baratu. Heeraa fi seera kabajuu jalqabu. Hawaasa keessatti wantoota raawwatamuu qabanii fi hin qabne

Maalummaa Sirna Gadaa fi akkamitti dhalootaa dhalootatti akka darbu barsiisuu. Barattoonni: Waliin jireenya baratu

Sirni Gadaa mallattoo eenyummaa, dimookiraasii, fi bulchiinsa gaarii uummata Oromooti. Sirna kana dhaloota haaraa barsiisuun ammoo dhaloota dhufee jiru seenaa isaa akka beeku, duudhaa isaa akka kabaju, fi akkaataa jireenya isaa akka fooyyessu gochuudhaaf murteessaadha. Kitaabni Gadaa Kutaa 4ffaa keessatti qophaa’e kunis deemsa dhalootni aadaa fi seenaa isaanii ittiin hubatanii dha. Kaayyoo Kitaaba Gadaa Kutaa 4ffaa

Kitaabni kun barattoota waggaa afraffaa (Kutaa 4ffaa) tiif kan qophaa’e yoo ta’u, kaayyoon isaa inni guddaan: